google.com, pub-9543240931667347, DIRECT, f08c47fec0942fa0 Our Approach | PrimË Media-PM

Adunyaan keessa jiru adunyaa odeeffannooti. Omishalee adunyaa kana keessati omishaman keessaa inni guddaan odeeffannoodha. Odeeffannoon ni omishama, ni raabsama, ni xaxama, ni xiinxalama hojiirraa oola. Lakkoofsi qamollee odeeffannoo raabsaniif naannessanii yeroodha yerooti dabalaa adeema. Kanaan walqabatee, odeeffannoon babalaata yaa adeemu malee qabiyyeen isaa jijjiiramaa qulqullini isaa gadi bu`aa adeemuun waan hin oolledha.

 

Adunyaa odeeffannoo  kana keessati odeeffannoon bu`uura jiruu hawasuumati. Odeeffannoo sirriif qulqullina qabu dhala namaa ni barsiisaa, ni qara, marii jajjabeessa, nagaa buusa, dogoggora hirrisa guddinaa hawaasumaa cimsa. Odeeffannoo jall`dhaan immoo nama dogoggoorsa, dhaloota dabsa, waliltti bu`insaa baballisa guddina hawaasummaa quucarsa. Kanaaf odeeffannoo maddalla`aa, qulqullina qabu yeeroon madda sirrii irraa argachuun murteessadha.

 

Kana ilaalcha keessa galchuun Miidiyaan Piraaymi, odeeffannoo qorannoo irraatti hunda`ee, qulqullina isaa eegate, fulduree biyyaa Itoophiyaaf biyyoota baha Afrikaa biro irraatti xiyyeeffatu qabatee dhiyaachuuf qophii xumuree jira.

 

Dhimma barnootaa, diinagdee, hawaasummaaf siyaasa irrattii xiyyeefachuun sagantallee Televiziinii, Radiyoof Barruullee akkasumaas tajaajila Beekisisaaf Maxxansaa Afaan Amaaraan, Afaan Oromoof Afaan Ingilifaan isiniif dhiyeessa.

 

Kaayyoon keenya yaada fuldurree fooyya`aaf ta`u kunuunsudha. Mullatin keenya miidiyaa baha Afrikaa keessati ummataan filatamu ta`uudha.  Miidiyaa keessan!

 

Fuula Facebook, Twitteraf Youtube keenya LIKE, FOLLOW, SUBSCRIBE godhuun nu hordofaa!

 

Horaa Bulaa, Deebanaa!

 

 

 

Our Approach

Prime Media  is a multiplatform and multilingual media organization that covers the East African region through television and radio programs, bulletins, magazines and newspapers, and promotions and publication services.  

We are in information era. Information is the major product in the modern world. We produce, analyze, manipulate, disseminate and consume information every day. The number of distributers, analyzers and manipulators is increasing from time to time. Although that expands dissemination, the content changes and the quality reduce as the number of actors increases.

 

Information is the base of social life in the modern world. Access to accurate and quality information teaches, inspire, increase informed dialogue, ensure peace and facilitate social development. Wrong information and fake news on the other hand agitate, increase confusions, disagreements and conflict and hinder social development. Therefore, access to research based accurate and balanced information at the right time and from the right source is mandatory.

 

It is within this premises that Prime Media aims to reach audience with research based accurate information that mainly focuses on the future of Ethiopia and other East African nations. Our prime focus will be on education, economy, society and politics. We provide Television and radio programs in English, Afaan Oromoo and Amharic. We also provide bulletins, promotion and publication services.

 

Prime Media nurtures idea for a better tomorrow. Our vision is to be the leading regional media organization in East Africa. It is your Media! LIKE and FOLLOW us on Facebook, Twitter and SUBSCRIBE to our YouTube  channel for update!

 

Thank You!

 

ያለንበት ዘመን የመረጃ ዘመን ነዉ። በአሁኑ ወቅት በዓለማችን ከሚመረቱ ምርቶች ትልቁ ምርት መረጃ ነዉ። መረጃ ይመረታል ፤ ይተነተናል ፤ ይዘወራል፤ ይሰራጫል ፤ ስራ ላይ ይዉላል። መረጃን በማሰራጨት ፤ በመተንተንና በመዘወር የሚሳተፉ ተቋማት ቁጥርም ከጊዜ ወደ ጊዜ እየጨመረ ይገኛል። ከዝህ ጋር ተያይዞ የመረጃ ፍሰቱ እየጨመረ ቢሆንም ይዘቱ እየተለወጠና ጥራቱ እየቀነሰ መሄዱ የማይቀር ጉዳይ ይሆናል።

 

አሁን ባለንበት ዘመን መረጃ የማህበራዊ ሕይወት መሰረት ነዉ። ትክክለኛና ጥራት ያለዉ መረጃ ማግኘት የሰዉ ልጅን ያስተምራል ፤ ያንጻል ፤ ይመራል ፤ መግባባትን ይጨምራል ህብረተሰብን ያሳድጋል። ሐሰተኛና ጥራት የለለዉ መረጃ ደግሞ በተቃራንዉ የሰዉ ልጅን ያሳስታል ፤ አለመግባባትና ግጭትን ይጨምራል የህብረተሰብ ዕድገትን ያቀጭጫል። ስለዝህ ሚዘናዊ የሆነ በጥናት ላይ የተመሰረተና ጥራት ያለዉ መረጃ ከትክክለኛ ምንጭ ማግኘት ለሰዉ ልጆች ሁሉ አስፈላግ ነገር ይሆናል።

 

ይሄን ከግንዛቤ ወስጥ በማስግብት ፕራይሚ ሚድያ በጥናት ላይ የተመሰረተ ፤ ጥራቱን የጠበቀና የኢትዩጵያንና የምስራቅ አፍርካ አገሮችን የወደፊት ዕጣፋንታ ላይ ትኩረት የሚያደርጉ ፕሮግራሞችንና አገልግሎቶችን ይዞላችሁ ለመቅረብ ዝግጅቱን ጨርሶዋል።

 

በዋናነት በትምህርት በኢኮኖሚ በማህበራዊና በፖለቲካዊ ጉዳዮች ላይ የተለቭዥን የሬድዮና የመፅሄት እንድሁም የማስታወቅያና የህትሜት አገልግሎቶችን በአማርኛ በአፋን ኦሮሞና በእንግሊዘኛ ያቀርባል።

 

ፕራይሚ ሚድያ የተሻለ ነገን እዉን የሚያደርግ ሐሳብ የማጎልበት ዓላማ ያለዉና በምስራቅ አፍርካ ተመራጭ ሚድያ የመሆን ራይህ የሰነቀ ሚድያ ነዉ። የናንተ ሚድያ ነዉ!!

 

የፈስቡክ የትዉቴርና የዩትዩብ ፐጃችንን LIKE FOLLOW & SUBSCRIBE በማድረግ ተከታተሉን!

 

እናመሰግናለን!

 

©2019 by PrimË Media-PM. Proudly created with Wix.com